Music Video

Kule Koo
Watch {trackName} music video by {artistName}

Featured In

Top Songs By Hachalu Hundessa

Credits

PERFORMING ARTISTS
Abagaaz K Shiyoottaa
Abagaaz K Shiyoottaa
Performer
Daawiit Taaddasaa
Daawiit Taaddasaa
Performer
Zarihuun Ballaxaa
Zarihuun Ballaxaa
Saxophone
Lalisaa Idriis
Lalisaa Idriis
Performer
Sinnishaw Mul'ataa
Sinnishaw Mul'ataa
Performer
COMPOSITION & LYRICS
Haacaaluu Hundeessaa
Haacaaluu Hundeessaa
Songwriter
Lalisaa Idriis
Lalisaa Idriis
Songwriter
Sinnishaw Mul'ataa
Sinnishaw Mul'ataa
Songwriter
PRODUCTION & ENGINEERING
Abagaaz K Shiyoottaa
Abagaaz K Shiyoottaa
Mastering Engineer
Daawiit Taaddasaa
Daawiit Taaddasaa
Producer

Lyrics

Yaadaa fi yaaddoo keetiin Yaadaa fi yaaddoo keetiin Halkan ciisa dhabe Waanuma kee yaadutti Maaf hirriba dhaba Kee garaan akkamii Kankoo ammas dide Kunoo natti gama Maal naaf wayya kuullee koo Egaa maalinni falli koo Maal naaf wayya kuullee koo Egaa maalinni falli koo Yayyaba Walaabuu maddite Yaa taliila bishaan ganamaa Lixee daakee ba'uu dadhabe Danbalii yaada keen raafama Yayyaba Walaabuu maddite Yaa taliila bishaan ganamaa Lixee daakee ba'uu dadhabe Danbalii yaada keen raafama (Raafama raafama raafama) Ayyaana keef safuu Simboo kankeef safuu Meeqa jilbaan oofee (Maal naaf wayya kuullee koo Egaa maalinni falli koo) Oogdii jaalala kee Lixee inni tumame Utuu hin ba'in hafee (Maal naaf wayya kuullee koo Egaa maalinni falli koo) Si'i giiftiin jalalaa Si'i giiftiin goottummaa Lubbuunkoos feetu (Maal naaf wayya kuullee koo Egaa maalinni falli koo) Giiftii Warra Himanoo Giiftii Warra Qaalluu Maaliif kankoo hin taatu? (Maal naaf wayya kuullee koo Egaa maalinni falli koo) Fakkii Amadee Liiban Tokkicha Abbaa Waaxoo Walirraa nu dhiiban Foon tokko anaaf atoo Gowwummaan Aliimaa Karaa foddaa haa baatu Otuu an siif jiruu Ormaaf soddaa hin taatu Heebanoof Maqdallaan Korabiidhaan Sadii An si fudheen gala Kot' na wajjiin badi Kot' na wajjiin badi Kot' na wajjiin badi Deesseen Dasee taatee Magariituun Dirree Dirre itti wal ariitu Fardeenni maariyyee Keessa qaxxamurree Dalantaan darbinaa Kamiseetti buunee Sidaamee sirbina Sidaamee sirbina Sidaamee sirbina Qabii qabii qabiika Qabii qabii qabiika Qabii qabii qabiika Qabii qabii qabiika Yaadaa fi yaaddoo keetiin Yaadaa fi yaaddoo keetiin Halkan ciisa dhabe Waanuma kee yaadutti Maaf hirriba dhaba Kee garaan akkamii Kankoo ammas dide Kunoo natti gama Maal naaf wayya kuullee koo Egaa maalinni falli koo Maal naaf wayya kuullee koo Egaa maalinni falli koo Yayyaba Walaabuu maddite Yaa taliila bishaan ganamaa Lixee daakee ba'uu dadhabe Danbalii yaada keen raafama (Raafama raafama raafama) Bareediina keessaan Gootummaa ishee argee Yammu koraaf baatu (Maal naaf wayya kuullee koo Egaa maalinni falli koo) Goota sanyii goota Gadaammeessa abbaakee Yaa sanyii Warqituu (Maal naaf wayya kuullee koo Egaa maalinni falli koo) Si daangaan jaalalaa Si daangaan gootummaa Lubbuun koo sifeetuu (Maal naaf wayya kuullee koo Egaa maalinni falli koo) Giftii Warra Yejjuu Giftii Warra Baabboo Maaliif kankoo hin taatu? (Maal naaf wayya kuullee koo Egaa maalinni falli koo) Fakkii Amadee Liiban Tokkicha Abbaa Waaxoo Walirraa nu dhiiban Foon tokko anaaf atoo Gowwummaan Aliimaa Karaa foddaa haa baatu Otuu an siif jiruu Ormaaf soddaa hin taatu Heebanoof Maqdallaan Korabiidhaan Sadii An si fudheen gala Kot' na wajjiin badi Kot' na wajjiin badi Kot' na wajjiin badi Deesseen Dasee taatee Magariituun Dirree Dirre itti wal ariitu Fardeenni maariyyee Keessa qaxxamurree Dalantaan darbinaa Kamiseetti buunee Sidaamee sirbina Sidaamee sirbina Sidaamee sirbina Qabii qabii qabiika Qabii qabii qabiika Qabii qabii qabiika Qabii qabii qabiika Qabii qabii qabiika Qabii qabii qabiika Qabii qabii qabiika Qabii qabii qabiika
Lyrics powered by www.musixmatch.com
Get up to 2 months free of Apple Music
instagramSharePathic_arrow_out