Lyrics

Dhuguma abba dhuguma, yaa loossiitoo Mucca tinnoo reebanii Akkam jirtaa, nagumma? Yaa shageekoo Shagee afaan annaanii Dhuguma abba dhuguma, yaa loossiitoo Mucca tinnoo reebanii Akkam jirtaa, nagumma? Yaa shageekoo Shagee afaan annaanii Akkamittin jiraadhu, yaa loossiitoo Sirraatin gargar ba'ee Qobaan ta'e wawaadhan, takkittitoo Marattu seerra ta'e Akkamittin jiraadhu, yaa loossiitoo Sirraatin gargar ba'ee Qobaan ta'e wawaadhan, takkittitoo Marattu seerra ta'e Halkan dudaan ciiseen sii yaada Dagalee lakka'aatan bullaa Dagalee lakka'aatan bullaa Dagalee lakka'aatan bullaa Yaa dammakoo natti himi maalo Maalini korrichi jaalala Maalini korrichi jaalala Maalini korrichi jaalala Uttuun siyaadu, annohin gabadhu Bekuma jirtuu mee nagan jiraadhu Uttuun siyaadu, annohin gabadhu Bekuma jirtuu mee nagan jiraadhu Aheeeee Karaan manna keetti dandi saa Naan barsisi badeetta dhufa Naan barsisi badeetta dhufa Naan barsisi badeetta dhufa Yaa dammakoo, kottuuga maalo Anni jaalala ka'e ittin fuffaa Anni jaalala ka'e ittin fuffaa Anni jaalala ka'e ittin fuffaa Uttuun siyaadu, annohin gabaadhu Bekuma jirtuu mee nagan jiraadhu Uttuun siyaadu, annohin gabadhu Bekuma jirtuu mee nagan jiraadhu Aheeeee Korrat meqaanu karraa cufanuu Siin hanqaadhu, nan dhufaa digee Siin hanqaadhu, nan dhufaa digee Siin hanqaadhu, nan dhufaa digee Gargar baannee teenya seetteree Dhufun jirraa galgala fiigee Dhufun jirraa galgala fiigee Dhufun jirraa galgala fiigee Uttuun siyaadu, annohin gabaadhu Bekuma jirtuu mee nagan jiraadhu Uttuun siyaadu, annohin gabadhu Bekuma jirtuu mee nagan jiraadhu Aheeeee Halkan dudaan ciiseen sii yaada Dagalee lakka'aatan bullaa Dagalee lakka'aatan bullaa Dagalee lakka'aatan bullaa Yaa dammakoo natti himi maalo Maalini korrichi jaalala Maalini korrichi jaalala Maalini korrichi jaalala Uttuun siyaadu, annohin gabaadhu Bekuma jirtuu mee nagan jiraadhu Uttuun siyaadu, annohin gabaadhu Bekuma jirtuu mee nagan jiraadhu Uttuun siyaadu, annohin gabaadhu Bekuma jirtuu mee nagan jiraadhu Uttuun siyaadu, annohin gabaadhu Bekuma jirtuu mee nagan jiraadhu Aheeeee
Writer(s): Danial Tamere Tekle Lyrics powered by www.musixmatch.com
instagramSharePathic_arrow_out