Credits

COMPOSITION & LYRICS
Gadaa Hamdaa
Gadaa Hamdaa
Songwriter

Lyrics

(Dhaloonnii walii galle wal kakachise tokkummaan) (Daraarsee jiraachisaa akka Africaatti Oromummaan) Tolas beeknaa lolas beeknaa Harki keenya lachuu mirgaa Hinduu nuun ijaarrammee Biyyi didus biyyeen ragaa Dhiirti phuuphaa har'a boruu Gadaameessii goota horuuu Dhiirti phuuphaa har'a boruu Gadaameessii goota horuuu Yoo Hayyummal yoo nageennaa Diina qabnee firoomfannaa Kan jaalalaaf nutti dhufee Kunuunfachuu itti beeknaa Ulaagaaniis namunnaadhaa Tirrii sirbi gafa cidhaa Sh'tirrii sh'tirrii sh'tirrii (Dhaloonnii walii galle wal kakachise tokkummaan) (Daraarsee jiraachisaa akka Africaatti Oromummaan) (Dhaloonnii walii galle wal kakachise tokkummaan) (Daraarsee jiraachisaa akka Africaatti Oromummaan) Yaa Oromoo (Hayyee) Abbaa biyyaa (Hayyee) Diinni kan kee (Hayyee) Maaf raatayaa (Hayyee) Itti dhiisi dhimma isaati Keenya dubbiin olumaka jaalattu jibbitulle Leenca maal gooti sareen baayyattullee (Leenca maal gooti sareen baayyattullee) Qaata boqaan boba'a hanga jinaa qabate Miqqanyaa deemi makiinaan si gatee (Miqqanyaa deemi makiinaan si gatee) Taaddee icitii beekee haji Adam iccitii eegee Jaarrani fi Baaroo tabborrun qolatan roorro Goonni hanga Haacaaluu inninuu danda'ee hin ilaalu Fagoodha jabani Hundeessa Africaadhaf Oromummaan sa Boolee Abbaa Boolee, Boolee Abbaa Boolee Boolee Abbaa Boolee, Boolee Abbaa Boolee Boolee Abbaa Boolee, Boolee Abbaa Boolee Gootummaan duru keti ilmaan Warqituu Oromummaan ijaa duru atuu hin tuqcistu Yoo Walloof Raayyaa Kamisee gaafatanii Yoo Maccaa sabboonumma si gaafatani Ana jedhii Ana jedhii Ana jedhii Ana jedhii Yoo osoo ragaan jiru dhugaa didanii Yoo osoo karaan jiru iraa goranii Yoo osoo ragaan jiru dhugaa didanii Yoo osoo karaan jiru iraa goranii Kan jedhiin Kan jedhiin Kan jedhiin Kan jedhiin Kan jedhiin Kan jedhiin Kan jedhiin Kan jedhiin Kan jedhiin Kan jedhiin
Lyrics powered by www.musixmatch.com
instagramSharePathic_arrow_out